Arsi Advertising

Arsi Advertising Isin Tajaajiluuf Yeroo Hundaa Qophiidha! Always Ready To Serve You!

Aaga Dhagayaa!!! Odeessa walbiraan Gahaa! Hojii Maxxansa Qulqullinna Qabuuf Bakkuma Jirtanii Siimuu Nuuf Dhahaa!!! Fayya...
01/01/2026

Aaga Dhagayaa!!! Odeessa walbiraan Gahaa! Hojii Maxxansa Qulqullinna Qabuuf Bakkuma Jirtanii Siimuu Nuuf Dhahaa!!! Fayyaan Faayya!! Nama fayyaa qabutu waan haaraa dhagaya! Maarree Manni Maxxansaafi Beeksisaa Arsii Hojii Maxxansaa fakkeenyummaa qabu hojjachuun Arsii_Asallaa ka'ee "Kilinika Giddugalessaa Madda Walaabuu" madda Oromootaa maqaa jedhuun Magaalaa Boqqojjii keessatti banuun akkuma keenna ummata isaa "Fayyummaa" isaanii bifa amansiisaa ta'een eegaafii jira. Manni Maxxansaa fi Beeksisaa Arsii haaluma gaafii maamila keennaatiin biilboordii bareedaa hojjachuudhaan Magaalaa Boqqojjii iddoo hojii geessuun maamila keennaafi miseensota Mana Maxxansaa keenna gammachiisuu dandeenneerra!!! Ogeessonni fi manaajimantiin mana Maxxansaa fi Beeksisaa Arsii hundi baga gammaddan!! Harkaa Fayyaa Argadhaa!!! Hojii Maxxansaa Qulqullinna Qabuuf Mana Maxxansaa fi Beeksisaa Arsii Filadhaa! Tajaajila yaala fayyaatiif immoo 'Kilinika Giddugalessaa Madda Walaabuu' magaalaa Boqqojjiitti argamu filadhaa!!!

Baga Gammaddan! Hongera! Hambaliyo! Felicidades! Tebrikler! Auguri!Yooyyaa, yooyyaa! Ammallee yooyyaa!    Hojii maxxansa...
24/12/2025

Baga Gammaddan! Hongera! Hambaliyo! Felicidades! Tebrikler! Auguri!Yooyyaa, yooyyaa! Ammallee yooyyaa!
Hojii maxxansaafi beeksisaa Mana Maxxansaa fi Beeksisaa Arsiitiin Gahaa! Yoo barbaaddan immoo bakkuma jirtanii bilbila nuu dhahaa! Manni Maxxansaa fi Beeksisaa Arsii hojii maxxansaa kamiiyyuu bifa qulqullinaafi safisa qabuun ummata isaa biraan gahaa turuun isaa ni beekkama. Ammallee hojii maxxansaafi beeksisaa kana daran cimsuuf maaashinoota ammayyaafi teknolojii yeroon barbaadu fayyadamuun "Yoo isin nutti deemtan nutti isinitti fiiguuf" hojii irra jirra. Gulaallii barreeffamoota Afaan Oromoo, Afaan Ingiliizii, Afaan Amaaraa, Afaan Arabaa, Siwaahiilii, Turkii, Chaayinaa fi kanneen birootiifis qorichi guddaan mana Maxxansaafi Beeksisaa Arsiitti argama. Hojiiwwan maxxansaa kanneen akka nagahee, fooldarii ,chaappaa,barruulee,baayindarii, tiishartii,koofiyaa,baanarii istiikarii,bilboordii,LED,....fi kkf. Teessoon keenna: Magaalaa Asallaa Baankii Daldala Itoophiyaa Guddicha Fuulduraa fi Baankii Awaash fi Baankii Misoomaa Itoophiyaa Jidduutti argamna. Odeeffannoo dabalataaf lakk. Bil. 0910388088/0922300558/0943352181 Waan Nu Filataniif Galatoomaa!!! Asantee! Mahaadsanid! Teshekurlaar! Xiexie!!

Address

Ethiopia, Oromia
Asella

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Arsi Advertising posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category